Ezekiel 23:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'araa atini d'iira d'araatu siraa balleese, sharmut'oma atini lafa Misiriti barate kaani si d'owa. Atini deebite waan harkaani boch'ani kad'atani d'araate, yokhaani lafa Misirile inqaabattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii kee ka seebaraatii fi waan nama saalfachiisu ka biyya Misiriititti hojjata'aa turte maraa akka dhiiftu godha; deebitee gara waaqolee tolfama'aa hin laaltu; waan biyya Misiriillee hin yaaddu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani battummaa teetii fi sagaagalummaa teeti ta ati biyya Gibxi'iititti jalqadde san akka ati lakkittu hin godha; ati haganaa achi gara isaanii deebitee hin ilaaltu; biyya Gibxi'iille deebitee hin qaabattu› jedha.