Ezekiel 23:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle waan worri si jibbufi, worri waan atini hojatte horate ch'ufa siraa fuud'e, qulla si d'aabe, sharmut'oma kanke diidati baasa. Waan kana d'araa teetifi sharmut'oma keetiti
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa guddisanii si jibbaniif waan ati itti dadhabde maraa si jalaa fudhatan; qullaa si hambisanii akka dubartii seebartuutitti nafa kee raasa'atti si baasan; fedha fooniitiin maraatuun keetiitii fi seebaruun kee akka wonti kun maruu si irra gawu godheera; Ati seebartuu baniin maruu sitti fayyadamu taate; waaqolee tolfamaa isaaniitiin uf batteessite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan si jibbanee waan ati itti elootte mara si irraa hin fudhatan; akka gaafa dhalatteetitti qullaa si hin hamburan; salphinni sagaagalummaa teetiitii fi battummaan teeti hin mudhatti.