Ezekiel 23:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubarti tunini gaafa lafa Misiri keesa jirtu, ato didiqootu, dubrooma d'abde sharmut'a taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa ka'imummaa isaanii biyya Misiriititti durbummaa ufii dhabanii salphatanii seebartoota ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan biyya Gibxi'ii keessatti sagaagaluu jalqabane; isaan dargaggummaa ifiitiin sagaagalane; achitti harmi isaanii qaqqabamee, guntuti isaanii sukkuumame.