Ezekiel 23:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Waan atini na deete dudda nati galteefi, d'araafi sharmut'oma keetifi gaargalta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee wonti ani Rabbiin maraa olii jedhu kana, «Ati waan na irraanfattee dudda natti galteef waan seebaraa fi sagaagala keetiitiif rakko'otu si irra gaya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ati na deetee dudda keeti duubatti waan na gatteef, gatii battummaa teetiitii fi sagaagalummaa teetii hin fudhatta› jedha» jedhe.