Ezekiel 23:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi na yaame waan nani jed'e, Namicha, atini aka Oholafi Oholiba dubbi qortu kurfo jirta? Waan hamtu worri tae worrati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ati ilma namaa! Ohoola'aa fi Ohooliibaa irratti murteessu'uuf qophoofteertaa? waan nama jibbisiisu ka isaan hojjatan ifa isaanii baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa anaan, «Ee ilma namaa! Ahola'aa fi Aholiiba'atti muriisaaf qophoottaa ree? Maarre hujii isaanii diqachiittuu san isaanitti himi.