Ezekiel 23:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri yayu nama barate namale fit'e — waaqoota d'araa kad'ate ilmaani naa d'ale fit'e. Ammalle ilmaani tiyya qaqalani waaqa isaaniti sorio baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra seebaranii fi worra lubbuu namaa ajjeesan; isaan waaqolee tolfamaa woliin seebaran; ijoolleen isaan ajjeesan ijoollee naa dayan; ijoollee tiyya ta dhiiraa waaqolee tolfama'aaf ciincessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaarayyeeffataneeran; dhiigille harka isaanii keessa jira; isaan waaqota dharaa ka ifii waaqonfatiisaan gaarayyeeffatane; isaan ijoollee ifii ta anaaf deyaneeyyuu waaqota dharaa ka ifiitiif sagalee akka te'anu ibiddaan ciincaa isaaniif dhikeessane.