Ezekiel 23:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti worri tae tana ch'allaniti, worri mana kiyya t'ureese, seera guyya Sabato, ka anini tolchele, yake.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yakki isaan raawwatan kana calla'aa miti; hennaa san mana kiyya hin batteessan; sambata kiyyallee hin diigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana irralle'etti ede'anee, guyyuma san isaan Galma kiyya batteessanee, Sanbata kiyyalle akka diqatamu godhaneeran.