Ezekiel 23:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri guyyuma ijoolle tiyya waaqoota d'ara taani sorio baase, Mana kiyya d'ufe t'ureese!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa ijoollee tiyya waaqolee tolfama'aaf ciincaa dhiyeessan gara mana woyyuu kiyyaa dhufanii batteessan; kunoo wonti isaan mana kiyyatti raawwatan kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa ijoollee ifii waaqota dharaa ka ifiitiif ciincaa dhikeessane san, guyyuma san Galma kiyya seenanee batteessane; kunoo, wonni isaan mana kiyya keessatti hujane kana.