Ezekiel 23:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro heddu nama fago jiru nama iti ergani yaamani, duuba nami sunini d'ufe. Duuba yo worri sunini d'ufe, oboleyaani lamaani taani nafa diqate, ila kuulate, faaya naqate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiira heddu akka biyya fago'oo affeeranii isaanii fidaniif ergamtoota ergan; dhiirran isaan barbaadanillee hin dhufaniif obboleeyyan lachuu nafa ufii dhiqatan; ija kuulatan; faaya gara garaa godhatanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maleelle isaan biyya fago'ootii dhiirti akka isaaniif dhuttuuyyuu ergantoota itti ergataneeraniiyyu; kunoo, dhiirti sunille dhutte. Dubartooti obboleeyyan sun isaaniif jedhanee nafa dhiqatanee, kuulii ila dibatanee, dooqa naqatane.