Ezekiel 23:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
barch'uma dadansa ira teteete, mesa waan dadansa irati massani, qayyafi d'ad'a anini kenneefi gubba nat'e, ufi dura d'aabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Siree gaggabaabaa babbareeddan irratti isaan afoo taa'an; hixaanninii fi ejersi ani isaanii kenne uduu hin hafne waan mimmishaa maraa xarapheessaa irratti wolitti qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan beeraa dansaa irra tetee'anee, beeraa san dura xarapheessaa dhaabanee hixaana kiyyaa fi zayitii ejersaa tiyya irra keyane.