Ezekiel 23:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri jaallowani isii, ka lafa gamoojiti d'ufe, ka woma iyyaalle, iyyaa d'ufe iti olduude. Worri sunini d'ufe, harka worraa mirga iti naqe waan mid'aadule mata worrati naqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa wocaa heddutu naannoo isaanii jira; isaan woliin worra machaayu ka lafa gammoojji'iitii dhufantu jira; worri machaayu sunniin dubartoota sanniinitti harka isaaniititti laakkaa'a, mataa isaaniititti garuu gulloo ulfinnaa ka bareedu godhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hogaan gumii worra caaquu adaala isaanii jiraayyu; worri machowaan goomole'ee dhufelle isaan woliin jiraniiyyu; worri machowaan sun harka dubartootaatitti irmuura, mataa isaaniille'etti kallacha keyane.