Ezekiel 23:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini herege waan jed'e, worri kunini niiti qara sharmut'omani jaarte hobaateti yau jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garaa kiyya keessatti ‹Dhiirran kunniin dubartii seebaraan nafti isi'ii dhume woliin seebaranii?› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani marroo dubartii gaarayyeeffatiisaan haalatte sanii, ‹Amma isaan isii woliin sagaagalanee, isiille isaan woliin sagaagalte› jedhe.