Ezekiel 23:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa qajeelani nad'eeni tanaani, isiini sharmut'a harka d'iiga jed'e wollaala iti mura. Wonti akanatiifi isiini sharmut'oma gula yaate, namale ijeefte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan seebaruu baratanii fi harki isaanii waan dhiigaan battaayeef worra seebaran sanniinii fi worra nama ajjeessan sanniinitti worri qulqullootaa hin murteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaarayyeeffattoota waan te'aneef, dhiigille harka isaanii irra waan jiruuf, namooti balchooleen muraa ittiin dubartoota sagaagaltootaa fi worra dhiigi harka isaanii irra jirutti muranu isaanille'etti hin muran» jedhe.