Ezekiel 23:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Tuuta namaa, ta d'ufte worra mudamsiifte saamtu, iti yaami.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Isaan irratti worra isaan raasu kaasi; isaanillee saamichaa fi raafamu'utti dabarsii kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Gumii bindillaa kakkaasii isaanitti fidi! Akka isaan bararaqanuu fi saamamanu godhi.