Ezekiel 23:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tuuti sunini ha d'akhaani worra haate, goraadeeni worra ch'irte, ilmaani worraa fit'e, mana worrale gubduti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isaan raasu san dhaga'aan haa dhayanii; guraade'een isaan haa mummuranii, ijoollee isaanii ta dhiiraatii fi ta intalaa haa ajjeesanii, manniin isaaniillee ibiddaan haa gubanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin bindillaan sun dhaka'aan isaan hin tuman; shallaagaalle'een isaan hin ijjeesan; ijoollee isaanii ta dhiiraatii fi ta durraalle hin ijjeesan; mana isaaniille ibiddaan hin guban.