Ezekiel 23:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa tana keesa fulla ch'ufati huji sharmut'oma balleesa, aka nad'eeni d'ibiini waan kana arginaani worra gula baate sharmut'a intaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isin obboleeyyan lamaan seebartan dubartoonni ammaa achi akka hin seebarre haala badanii adabamuun seebaru'uu akka lafa irraa badu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka kanaan dubartooti marti sagaagalummaa isin hujjane akka hin tolchine ifi eeggachiisiisaan, sagaagalummaa biyya keessaa hin balleessa.