Ezekiel 23:49 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle isani, oboleyaani dubra tana lamaani — anini maro sharmut'oma keesanitifi ch'ubbu teesani, ta isani Waaqa d'ara kadat'anile, isani gaargalcha. Duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa gudda beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan isin obboleeyyan lamaan haala baddanii fi cubbuu waaqolee tolfama'aa sagadu'uun raawwattaniif isin adaba; hennaa san akka ani Rabbii maraa olii ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gatii sagaagalummaa keessanii hin fudhattan; waaqota dharaa keessan waaqonfatiisaan cubbuu waan hujjaneef, hin adabantan. Yennaa san akka ani Goottaa Mootii Waan Maraa te'e hin beettan» jedhe.