Ezekiel 24:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba okote sibiila diima kaani ibida ira d'aabi, ha diimate aka ch'ile ibida taatu, duuba akasiini okote suni dandiini iraa baate qulqulloofti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baay'inni dammeessawu'uu ibiddaanillee waan gad hin dhiifneef xaariin maruu duwwaa ta'e; kanaafuu keree sibiilaa ka sibiila diimaa irraa hojjatame barbadaa cile'ee irra kaayi; haga gubatee barbadaa fakkaatutti haa oo'ee diimatuu; akkaataa kanaan battummaan baqa; dammeessawuunillee hin bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, disitiin o'itee ciillaan isi'ii gubatee akka irraa bu'u, battummaan isii keessaa akka baxxu, disitiin sageettuu irraa hujante sun akka finiintu, duwwaa kashila irra dhaabi.