Ezekiel 24:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa. Hojaani anini woi tolchu ya geete. Anini ch'ubbu tante yaalaa bahe si illakisu. Waan atini tolchite gula wollaala siti murani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin maraa olii hennaan waan tokko hojjadhu dhiyaateera; irraa uf hin dhooggu; garaa hin laafu; yaada kiyya hin jijjiiru; akka jireennaa fi hujii keetiitiin sitti murteessa jedha» jedhee dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa dubbadheera; yennaan ani waan kana huju dhufaarti; ani gara duubaa hin deebi'u; hin hilu; yaada kiyya hin jijjiiru; akka ideensa keetiitii fi akka hujii teetiititti sitti hin mura› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.