Ezekiel 24:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha ayyana arra kana t'aafi, wonti akanatiifi hayyuuni Babiloni guyya kana dira Yerusalemu marse had'u jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! guyyaan adhaa ka mootiin Baabilloonii Yerusaalemiin marsuu jalqabu waan ta'eef guyyaa kana galmeessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Mootiin Baabilonii guyyaa adhaa kana Yerusaalem waan marseeruuf, maqaa guyyaa adhaa kana barreeffadhu.