Ezekiel 24:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini akheekha isanii taha, isani waan anini tae kana ch'ufa intaatani. AABBO Waaqi waan jed'u, yo wonti kunini taate, aka anini AABBO Waaqaa gudda beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Hisqeel malkata isinii ta'a; waan inni godhe isinillee hin gootan› jedhee natti hime; hennaa wonti kunniin raawwatu akka ani Rabbii maraa olii ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan Hizqi'el fakkeenna isiniif hin te'a; akkuma inni godhe isinille hin gootan. Wonni kun yennaa teetu ani Goottaa Mootii Waan Maraa akka te'e isin hin beettan jedha› naan jedhe» jedheen.