Ezekiel 24:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya anini waan kana tolchu, nama baqa deemuti d'ufe siti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani guyyaa waan kana godhu badii san caalaa namni dhufee waan badii kanniin maraa sitti hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
guyyaa san nami miliqee dhufu waan kana mara sitti hin hima.