Ezekiel 24:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guyyuma suni afaani qara si duude kaani si banamani, isaani dubbata. Kara kanani atini akheekha worra kanaa taate, worrileeni aka anini AABBO Waaqaa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyama san dubbii armaan dura dubbachuu hin dandeenne dubbatta; ati isa woliin dubbatta; kunillee bani'ii malkata ta'a; isaanillee akka ani Rabbiin ta'e beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma san afaan keeti hin banama; nama miliqee dhufu san woliin hin haasotta; afaan keeti deebi'ee hin qabamu; atille isaaniif beessisa ittiin ifi eegatanu hin teeta. Isaanille ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beekan» jedhe.