Ezekiel 24:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Diri worra harka d'iiga ya bade! Inni okote dandoofte, ta taka ind'iqini fakaata. Fooni kaani toko tokooni keesaa fuud'ani, okote taani gossani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii qachaa worri nama ajjeesu keessa guutee hobbaas! isiin akka keree sibiilaa ta hin qulqulloofneetii fi ta sirima qulqullaayuu hin dandeennee taateerti; foon keree sibiilaa kana keessa jiru uduu hin filanne tokko tokkoon baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Disitii ciillotte ta ciillaan irraa hin kaane, qachaa dhiiga dhangalaasuuf aanne'e! Foon isii keessaa adoo hin filin gumaa guma'aan keessaa guuri.