Ezekiel 24:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira keesati nama fit'ani, ammo d'iigi worraa lafa fulla awarti d'ossituti injinne, qarsa d'akha gubbati jige male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii keessatti nama ajjeesaniiran; dhiiga isaanii ka jissan lafa daara'aatii miti; garuu dhiinni isaanii ka jige dhagaa womaa isa hin dhossine irratti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan kun lafa biyyeen itti deebi'uu hin dandeenne rassaa duwwaa irratti dhiiga dhangalaaseera. Dhiigi qachaan sun dhangalaase haga ammaa isa keessa jira.