Ezekiel 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'iiga suni fulla nami ch'ufa arguti lakisa, aka akasiini nami garaani hammaate haalo baafatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiinni isiin jissite akka hin dhokanne akka dhagaa womaa isa hin dhossine irratti akka jigu ka godhe akka guddisee haluu bayuuf jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mufadhee haluu bayiisaaf dhiigi qachaan sun dhangalaase akka hin gollanne rassaa irratti akka dhangala'u godhe› jedha.