Ezekiel 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Diri worra harka d'iigaa ya bade! Anumati qoraani wolti tuula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbiin maraa olii qachaa worri nama ajjeesu keessa guutee hobbaas! qoraan anuu eda'ee ibidda keessa kaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Qachaa dhiiga dhangalaasuuf aanne'e! Ani qoraan guddisee hin tuula.