Ezekiel 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini gosa lafa gamooji, ta ilaboru teetu, Moabufi Amoni dabsachiisa, aka Moabuni deebite gosa intaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi Amoon akka mootummaa taatee hin beekkamne gofti biyya baya biiftu'uutii dhufan akka Moo'aabii fi Amooniin marsan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi Mo'aab gosa biyya adda addaa oddu'utti akka hin qaabatanne, worri Mo'aabii worra Amoonii woliin kolbaa worra gara aduun baatuutiin akka qabatamanu hin godha.