Ezekiel 25:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Moabu balleesa, duuba worri akanaani aka anini AABBO Waaqaa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Moo'aabiin hin adaba; isaan akka ani Rabbiin ta'e beekan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra Mo'aabii irratti muraa hin kenna. Achiin duuba isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha.