Ezekiel 25:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Worri Edomu worra Yuda aka hama haalo baafate, akanaani wollaala hama keesa ufi buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedhe, «Baniin Eedoomii Yihuudaa irratti haluu hamaa bayaniiran; waan kana waan raawwataniif yakkamtoota ta'aniiran jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa, ‹Kolbaan Edoomii kolbaa Yihuda'aa irratti quuqeffattee haluu waan baateef, yakkaameyyii teeteerti;