Ezekiel 25:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini worra suniti kae namafi saa worrale balleesa. Anini dira Tamariti fuud'e, dira Dedaniti d'aabe, lafa ch'ufa balleese ona tolche, achiti nami hedduleeni woraanaani hobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu amma akka Eedoomiin adabuu fi namootaa fi horii achi jiru maraa akka balleessu beessisa; qachaa Teemaanii haga qachaa Daadaanii akka ona ta'an godha; baniin lolaan dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tanaaf ani Mootiin Waan Maraa kolbaa Edoomii irratti harka kiyya diriirsee, namoota isaaniitii fi horii isaanii ijjumaa hin balleessa; qachaa Temaaniitii haga qachaa Dedaaniititti akka onu hin godha; kolbaalle shallaaga'aan hin dhumatti.