Ezekiel 25:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Worri Filisti yayu worra Yuda, ka haguma duriti woli nyaapa haalo hamtu fuud'e jibba keesa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Worri Filisxeemii diinummaa hin banneen haluu bayaniiran; haluun badi'ii kun garaa hammeennaan guuttameen ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Worri Filisxeemotaa quuqaa duriitii fi hammeennaan worra Yihuda'aa irratti ka'anee haluu bayanee isaan balleessiisaaf waan yaadaneef,