Ezekiel 25:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka male worrati dallane, worra hobaase haalo baafad'a. Duuba akanaani worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adabbii kiyya ka aarii kiyyaan guuttameen guddisee haluu isaan baya; adabbii isaan irratti fiduun akka ani Rabbiin ta'e beekan.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani xixansa halu'uutiin guddisee haluu isaan hin baya; mufii tiyyalle'een isaan hin adaba; yennaa ani haluu isaan baye, akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha» jedhe.