Ezekiel 25:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, fuula kanke lafa Amoniti deefad'i abaari waan jettuuni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! fuula kee gara Amoonotaa naannessii raaga isaanitti dubbadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Fuula keeti gara biyya Amoonii deebifadhuutii, raaga isaan irratti dubbadhu.