Ezekiel 25:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi AABBO Waaqa gudda d'agaya, wonti inni jed'u tana: Isani Mana kiyya ka t'ureesanifi lafa Israeli ta balleesanifi gumi Yuda ta boojiani agarraani gammaddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Rabbi gooftaan waan Amoonotaatiif jedhu dhagayaa isaaniin jedhi; Rabbiin maraa olii akkana jedha; akka manni woyyumma'aa kiyya battaayu hennaa godhan, hennaa biyyi Israa'elii ona taate, hennaa banii Yihuuda'aa booji'anii fudhatan hashu jettaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Amoonotaatiin, ‹Jecha Goottaa Mootii Waan Maraa dhage'a'a› jedhiin; Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Galmi kiyya yennaa battowe, latti Israa'elii yennaa onte, kolbaan Yihuda'aalle yennaa booji'ante, waan gammaddaneef,