Ezekiel 25:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani waan suni jettani gammaddanifi, anini harka gosa lafa gamooji ta ilaboru keesaa d'uftuti isani kenne, worri isani dabsata. Worri bulto jaarate achi qubata, mid'aanifi aanani isani sila nyaatani d'uddani nyaate d'uga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana maraanuu waan gammaddaniif gosa gara baya biiftu'uutii dhufuun akka marfamtan taasisa; isaan biyya keessan keessatti hulee loltoonni itti jiraatan ijaaratanii achi jiraatan; sanyii keessan isin jalaa nyaatan; aannaanillee hin dhugan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kunoo, ani akka isin qabatanu harka kolbaa karaa aduun baatuutitti dabarsee isin hin kenna; isaan odduu teessanitti hin qubatan; dunkaanii ifii odduu teessanitti hin dhaabbatan; midhaan keessan hin nyaatan; aanan keessanille hin unan.