Ezekiel 25:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dira Raba balleese, lafa gaali keesaa oolu tolche, lafa Amoni ch'ufa fulla hooliyeeni ooltu tolcha, duuba akanaani aka anini AABBO Waaqaa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa Raaba'aa ta gaallan itti yaasan, biyya Amoonii maraa lafa hoolota itti tissan godha; akkaataa kanaan akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Raaba'aa dheeda gaalotaa, biyya Amooniille boqaata hoole'ee hin godha. Achiin duuba akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan› jedha.