Ezekiel 25:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Isani gammaddani, harka d'ooftani sirbitani lafa Israeli tufattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbiin maraa olii jedhu kana; isin harka dhaya'aa lukaan lafa dhiita'aa biyya Israa'elii ija tuffi'iitiin laaltanii turtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa, ‹Isin hammeenna keessan maraan firinxiixanee, badii lafa Israa'eliititti, harka keessan dhowaa, sarbicha waan dhiittanneef,