Ezekiel 25:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani waan kana taatanifi, anini harka gosa d'ibi ka waan keesani hatte isani saamtuti isani kenna. Anini aka takaa inargini isani balleese fiiga isani d'owe, aka isani itumaa deebitani gosa intaane yokhaani lafa inhoranne isani tolcha. Duuba akanaani aka anini AABBO Waaqaa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana waan gootaniif hunna kiyya isinitti mudhisa; akka baniin booji'anii isin fudhatan dabarsee isin kenna; deebitanii akka bani'iititti akka isin hin beekkamne haga taatanitti sirima isin balleessa; achiin maayessa akka ani Rabbiin ta'e beettan» jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kunoo, anille harka kiyya isin irratti hin diriirsa; gosi biyya adda addaa akka isin saamanuuf, harka isaaniititti dabarsee isin hin kenna; ani gosa biyya adda addaa keessaa ijjumaa isin hin balleessa; achiin duuba ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan› jedha.