Ezekiel 25:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Waan worri Moabu worri Yuda akuma worra lafa d'ibi jira jed'eefi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii Moo'aabii fi Eedoom Yihuudaan biyyoota banii biraatii addaa miti waan jedhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Mo'aabii fi Se'iir, «Kolbaan Yihuda'aa akkuma gosa biyya adda addaa taanii ti» waan jedhaneef,