Ezekiel 26:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awarti fardi worraa kaasu lafa isaniti duuchite, iyyanti farda worraa, ka gaarini hirkise balbala dira ta ch'absanini olduudu, lafafi naabo dirale ch'ufa isaniti chochoofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daaraan buudaa fardaatiin ol ka'u akka duumessaatitti si golga; daaraan sun hennaa balbala dallawa keetiitiin ol seenu akka nama faradoo yaabbatee loluu, akka laagaa konkolaataa fardaa yaabbatuutii fi laagaa akka laagaa miila korbo'ootiin qachaa kee diiga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fardoon isaa bacaa waan teeteef, bukuun isaan kaasane si hin golliti. Inni akka nama qachaa cassee seenuu tokko karra teeti cassee yennaa seenu, hididdeessi abbootii fardo'oo, ka garreettaa geejjibaatii fi ka garreettaa fardaan harkifamuu dalleya dhaka'aa keeti hin raasa.