Ezekiel 26:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'akha t'urura qurt'umi irati afatani ch'alla lakisa. Dira kana deebiani injaarani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee dhaga'aa ka worri qurxummii qabu woshaadoo ufii badhifatutu hafa; qachaan deebitee hin haarawoomtu; sababaa wonti kun ta'uuf waan ani Rabbiin maraa olii dubbadheef» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani rassaa duwwaa si hin godha; atille addee worri qurxummii guuratu caccoo ifii goffatiisaaf itti afatu hin teeta. Ani Mootiin Waan Maraa waan dubbadheef, ati ijjumaa deebitee hin ijaarantu› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.