Ezekiel 26:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi dira Tirotini jed'u tana: Hojja nyaapi isani had'u, nami afaani baariini tau iyyanna nama hobaasanitiifi gurra qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii qachaa Xiroosiitiin akkana jedha, «Hennaa worri madaayan woyatanii fi hennaa si keessatti nama ajjeesan laagaa kufa keetiitiin biyyi daangaa kee jiru hin raafamuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa Xiiroosiin, ‹Worri madowe yennaa aadu, si keessatti yennaa wol qalanu, gikkeessa jinnana keetiitiin oddoolli hin raafamuu ree?