Ezekiel 26:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti lafa afaani galaana ch'ufti ta hobolo qabdu, woya isii mimid'aadufi ubaara babaricha yaafate mudamte holate ga teteete. Lubbuuni worra d'ufte worri aka male holate waan tahu d'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni biyya naannoo galaanaa maruu teessoo ufii irraa bu'an; uffata ufii ka ulfinnaatii fi uffata ufii ka faaya gara garaatiin midhaassan qabatanii sodaata'aa hollata'aa lafa taa'an; isaan waan hamaa si irra gaye yaada'aa guddisanii raafaman; waan si irra gayeen nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti abbaayaa qarqaraa marti barcumaa mootummaa ifii irraa hin bu'an; woyaa ifii ta mootumma'aatii fi woyaa ifii ta seesaa san hin mulqatan. Isaan rommaa lafa irra hin tee'an; waan si irratti te'e kana hedaa yennaa mara hin sheephisan.