Ezekiel 26:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana, guyya dira kana balleesani, lafti bisaani marsanileeni ch'ufti holatte, nami keesa tauleeni badi teesani arginaani guddo naha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa isiin itti kufte tulluuwwan hin raafaman; baniin isii gubbaa jiraatan maruu sababaa badii isi'iitiif guddisanii nayan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa jinnanaa keetii qarqarri abbaaya'aa hin raafama; badii teetiin oddoolli hin rifata› jedha.