Ezekiel 26:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini aka dira bade ona tae nami keesa injirre si tolche, bisaani baariini siti fach'aase si liqimsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ani akka qachoota onaa ta eennullee keessa jiraachuu hin dandeennee si taasisa; bisaan galaana guddaa xiillaa keessaa argamuun si dhossa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ani yennaa akka qachoota nami keessa hin jirree ona si godhu, yennaa bisaan qilee abbaaya'aa si irra garagalchu,