Ezekiel 26:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini boola ekhera keesa si buuse, worra haguma duriti achi jiruti si dara. Worra gadi ka due, ona worra suni keesa woliini teetani, deebie nami siti inqubatu, yokhaani atinileeni lafa nama jiru deebite keesa inteetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati duutee banii dur du'an woliin wolitti eda'amtee akka jiraattu si taasisa; ati akka worra du'anitti makamtee jiraattu worra biyya lafa jalaa keessa ka baraa haga bara baraa diiggamanii jiraatan woliin akka jiraattu si taasisa; sababaa kanaaf lammata namni si keessa hin jiraatu; ati worra jiraatan woliin jiraachu'uuf hulee hin qabdu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara worra duri du'eeruu worra gad bu'u woliin, nami si keessa le'u akka hin jirraanne, diigama durii odduu akka leetu, gara boolla lafa jalaa gad si hin buusa; ati achii deebitee lafa worra jiraata'aa keessatti addee hin dhaggattu;