Ezekiel 26:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka hama si balleese, deebiani si inargani. Si barbaadani, ammo deebiani si inargani. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka dhumti kee nama sodaachisu taasisa; achiin maayessa hennaa ati itti baddu ta'a; hennaa san irraa jalqabee namoonni yoo si soqan sirima si hin argatan» Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
muummee teeti dhagganee akka sodaatanu hin godha; ati barbaadantulle ijjumaa deebitee hin dhaggantu› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.