Ezekiel 26:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Ee dira Tiro, anini ya siti nyaape. Anini gosa heddu ta aka d'awa galaana woli d'oofte, d'ufte si haatu sitini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu Rabbiin maraa olii akkana jedha, ‹Xiroos! ani sitti ka'ee akkuma dambaliin galaana irratti ka'u banii kiyya heddu sitti kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Ee Xiiroos! Kunoo, ani si'i irratti hin ka'a; akka abbaayaan danbalii ifii kaachu, anille gosa biyya adda addaa si irratti hin kaasa.