Ezekiel 26:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri naabo dira suni ch'ach'abse doofi isaale ch'ufa butucha. Duuba anini biyyele ch'ufa hare, d'akha diidati gabaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dalloofni qachaa keetii hin diiggaman; dallawa dhaga'aa ka worra kee ka balbala eeguu hin caccabsan; biyyee maraa haxaayee balleessee akka dhagaan callaan hafu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dalleya dhaka'aa keeti balleessanee, xelleephoo eeddotaalle hin caccassan; ani biyyee haree rassaa duwwaa si hin godha.